Author: Jafer Abdella
Falaasama Oromoo lakkoofsa shan duuba jiru=====================Hayyuun Seenaa Oromoo Obbo Dirribii Damissee Oromoon lakkoofsa shanirratti maaliif hundaa’e, maaliif iddoo guddaa kenneef kan jedhurratti wayita yaada kennan: ”Oromoon beekumsa uumaafi uumama irratti qabu wayita ibsu Waaqayyo dura bishaan walaabuu uume, bishaan kanas bakka lamatti addaan baase. Isaan lamaan oloofi jaloo godhe. Isaan kunneen ammoo bakka shanitti yayyabe jedha,” jedhan.Obbo Dirribiin itti fufuun, ”Kun yayyaba shanan waaqaa jedhama. Oloo keessa saditu jira, jaloo keessa lamatu jira. Oloo keessa urjii, ji’aafi aduutu jiru. Jaloo keessa ammoo dacheefi bishaantu jira. Kanaaf, yayyabni Waaqaa shani jedhee amana Oromoon,” jedhan.Oromoon mallattoowwan Yayyaba Waaqaa shanan wayita ibsu uumaafi uumamaan walqabsiisa kan jedhan Obbo Dirribiin, keessattuu akkaataan uumama dhala namaa ammoo iddoo guddaa qaba jedhan.”Qubi harka namaa shan, qubi miillaas shan, Lubi yookiin gogeessi Gadaa Shan, Odaan seerri tumameefii beekames Shan.”Kana malees, Oromoon haala waldhibdee kamiyyuu keessatti murtee dhugaa ni kenna jedhee kan itti amanu garee jaarsolii Shanacha jedhamu qaba jedhan Obbo Dirribiin.Asii dubbisaa: https://bbc.in/3TfyUVo
This painting of a young woman 👩🏿 breastfeeding 🤱🏿 an old man 👴🏿 in a prison cell was sold for Euros 30 million.The painting may look perverse but the story behind is from historical records.📖✍🏿The poor man was sentenced to “death by starvation” for stealing a loaf of bread during the reign of Louis XIV in France.The woman 👩🏿 was his only daughter and the only visitor to his cell.She was allowed to visit him daily but was frisked thoroughly such that no food 🥘 was taken in.When after 4 months the man still survived with no weight loss, the authorities were perplexed and started spying on her in the cell and to their utter astonishment found her to breastfeed her father to the fullest sharing her baby’s 👶🏿 milk 🍼 📖✍🏿The judge 👨🏿⚖️ then realizing the compassion and love of the woman for her father, pardoned the father and set him free.African Youth Reflect 🧠🧠🧠🙇🏿♂️🙇🏿♂️🙇🏿♂️
𝐓𝐡𝐞 𝐇𝐢𝐬𝐭𝐨𝐫𝐢𝐜 𝐂𝐢𝐭𝐲 𝐨𝐟 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐫After Mecca, Medina, and Al Quds, Harar is Islam’s fourth holiest city. Featuring more than a hundred mosques and a history of Islamic scholarship that goes back at least a millennium, the colorful streets of Harar have always enamored travelers with holiness and hospitality.Amantaa Islaamummaatiin Makkaa, Madiinaa fi Al Qudsitti aantee sadarkaa afraffaarratti kan argamtu, masjiidota dhibbaa ol kan qabduu fi jaarraa hedduuf barnoota amantaa Islaamaa kennaa kan turtee magaalaan Haarar, daandiiwwan mimmidhagoon keessummoota simachuun kan beekkamtuudha.📷: Abdelkadr Ibrahim Akash #Harar #history #UNESCO #heritage #City #oldcity #visitOromia #landofdiversebeauty #visitEthiopia #Ethiopia #landoforigins #FlyEthiopian #tourism #travel #mountain #culture #nature #wildlife #coffee #landscape #forest #tourismethiopia #restarttourism #africa
𝐓𝐡𝐞 𝐇𝐢𝐬𝐭𝐨𝐫𝐢𝐜 𝐂𝐢𝐭𝐲 𝐨𝐟 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐫After Mecca, Medina, and Al Quds, Harar is Islam’s fourth holiest city. Featuring more than a … Continue reading 𝐓𝐡𝐞 𝐇𝐢𝐬𝐭𝐨𝐫𝐢𝐜 𝐂𝐢𝐭𝐲 𝐨𝐟 𝐇𝐚𝐫𝐚𝐫After Mecca, Medina, and Al Quds, Harar is Islam’s fourth holiest city. Featuring more than a hundred mosques and a history of Islamic scholarship that goes back at least a millennium, the colorful streets of Harar have always enamored travelers with holiness and hospitality.Amantaa Islaamummaatiin Makkaa, Madiinaa fi Al Qudsitti aantee sadarkaa afraffaarratti kan argamtu, masjiidota dhibbaa ol kan qabduu fi jaarraa hedduuf barnoota amantaa Islaamaa kennaa kan turtee magaalaan Haarar, daandiiwwan mimmidhagoon keessummoota simachuun kan beekkamtuudha.📷: Abdelkadr Ibrahim Akash #Harar #history #UNESCO #heritage #City #oldcity #visitOromia #landofdiversebeauty #visitEthiopia #Ethiopia #landoforigins #FlyEthiopian #tourism #travel #mountain #culture #nature #wildlife #coffee #landscape #forest #tourismethiopia #restarttourism #africa
You must be logged in to post a comment.